Waliin haa hojjannu
Jirbiin foohamtee leenca hiiti

Yeroo
Yeroo keessan gumaachaa
Yaada nu fayyadan qabduu? Dhaaba nu deeggaruu danda'u beektuu yookaa hooggantuu? Koottaa! Waliin haa hojjannu!

Maallaqa
Nurratti invest godhaa
Maallaqaan nu deeggaruufi ispoonsara kabajaa tahuudhaan qaqqabiinsa barnootaa guddisuu ni dandeessu! Koottaa! Waliin haa hojjannu!

Beekkumsa
Beekkumsa qabdaniin nu deeggaraa
Barumsaan jabaattanii beekkumsa keessan arjoomuu barbaadduu? Kan barattan miliyoonotaaf qooduu barbaadduu? Afaanota Itoophiyaa garagaraatiin waan barsiifnuuf yoomiyyuu taanaan deeggarsa keessan ni barbaanna. Koottaa! Waliin haa hojjannu!